LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Israaʼelonni biyya Gibxiitii baʼanii jiʼa sadaffaa isaatti, guyyuma sanatti gara lafa onaa Siinaa ni dhufan.

  • Lakkoofsa 10:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Waggaa lammaffaatti, waggicha keessaa jiʼa isa lammaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa 20ffaatti,+ duumessi sun godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu sana irraa ni kaʼe.+ 12 Kanaafuu, Israaʼelonni duraa duuba adeemsa isaanii hordofanii lafa onaa Siinaa keessaa baʼanii deemuu jalqaban;+ duumessichis lafa onaa Phaaraan+ keessa ni qubate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi