LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Innis guyyaa 40 fi halkan 40f achuma Yihowaa bira ture. Inni nyaata hin nyaanne, bishaanis hin dhugne.+ Innis* jechoota kakuu sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan* gabateewwan sana irratti ni barreesse.+

  • Lakkoofsa 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Museen namoota lafa irra jiran hundumaa caalaa garraamii ture.*+

  • Maatewos 4:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Sana booda Yesuus Diyaabilos akka isa qoruuf+ hafuurri gara lafa onaatti isa geesse.+ 2 Inni guyyaa 40 fi halkan 40 erga soomee booda ni beelaʼe.

  • Maatewos 11:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Waanjoo koo baadhaa, ana irraas baradhaa; sababiin isaas, ani garraamii fi kanan gad of qabu*+ dha; ofii keessaniifis* boqonnaa ni argattu.

  • Yohaannis 5:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Dhugaa dha, Museen waaʼee koo waan barreesseef,+ utuu isatti amantaniittu taʼee, anattis ni amantu turtan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi