15 Magaalonni jaʼan kun Israaʼelotaaf, nama biyya ormaatiif,+ akkasumas qubataa isaan gidduu jiraatuuf, magaalota namni utuu itti hin yaadin nama ajjeese* kam iyyuu baqatee kooluu itti galu ni taʼu.+
42 Namni tokko utuu itti hin yaadin nama yoo ajjeese, innis duraan nama sanaaf jibba hin qabu yoo taʼe,+ namni sun magaalota kana keessaa gara isa tokkootti baqatee lubbuu isaa haa oolfatu.+