LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 30:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+

  • Faarfannaa 15:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Nama salphaa taʼe kam iyyuu ni tuffata,+

      Namoota Yihowaa sodaatan garuu ni kabaja.

      Kan isa miidhu yoo taʼe illee, waadaa* gale raawwachuu irraa duubatti hin jedhu.+

  • Fakkeenya 20:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Namni tokko ariifatee, “Qulqulluu dha!”+ yoo jedhe,

      Sana booda immoo wanta wareege irratti yoo yaade kiyyoo isatti taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi