-
Keessa Deebii 32:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Silaa ani, “Isaan nan bittinneessa;
Yaadannoon isaaniis namoota gidduudhaa akka badu nan godha” nan jedhan ture.
27 Taʼus wanta diinni koo jedhu waanan sodaadheef+ akkana hin jenne;
Sababiin isaas, diinonni wanta kana karaa sirrii hin taaneen hubachuu dandaʼu.+
Isaan, “Humni keenya injifannoo argateera;+
Wanta kana hundumaa kan godhe Yihowaa miti” jechuu dandaʼu.
-