Iyyaasuu 22:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Akaan+ ilmi Zeeraa wanta guutummaatti balleeffamuu qabuu wajjin haala wal qabateen amanamaa utuu hin taʼin yeroo hafetti, guutummaa yaaʼii Israaʼel irratti dheekkamsi hin dhufnee?+ Balleessaa inni raawwateen kan duʼe isa qofa hin turre.’”+
20 Akaan+ ilmi Zeeraa wanta guutummaatti balleeffamuu qabuu wajjin haala wal qabateen amanamaa utuu hin taʼin yeroo hafetti, guutummaa yaaʼii Israaʼel irratti dheekkamsi hin dhufnee?+ Balleessaa inni raawwateen kan duʼe isa qofa hin turre.’”+