Leewwota 27:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Kana malees, namni yakkamaan* badiisaaf adda baafame kam iyyuu furamuu hin qabu.+ Inni mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ Keessa Deebii 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+
29 Kana malees, namni yakkamaan* badiisaaf adda baafame kam iyyuu furamuu hin qabu.+ Inni mamii tokko malee haa ajjeefamu.+
2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+