LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 10:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaʼaan ilma isaa isa angafaa Siidoonii+ fi Heetiin,+

  • Uumama 10:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Hiiwicha,+ Arqicha, Siinicha,

  • Uumama 34:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sheekem ilmi Hamoor Hiiwichaa+ inni geggeessaa biyyattii taʼe yommuu ishii argu fudhatee dirqisiisee ishii gudeede.

  • Baʼuu 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Ani harka warra Gibxii jalaa isaan oolchuuf,+ akkasumas biyya sana keessaa isaan baasee gara biyya gaarii fi balʼaa taatetti, gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti,+ naannoo Kanaʼaanotaa, Heetotaa, Amoorotaa, Pheriizotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaatti isaan galchuuf gad nan buʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi