LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Mootonni biyyattii warri Yordaanos irraa kallattii dhihaatti argaman, warri Baʼaal Gaad+ isa Sulula Libaanon+ keessatti argamu irraa hamma Gaara Halaaq+ isa gara Seʼiiritti+ ol baʼu keessa jiraatan, warri Iyyaasuunii fi Israaʼelonni moʼan kanneen kana dha; sana booda Iyyaasuun biyya isaanii akka qooda qooda isaaniitti gosoota Israaʼeliif dhaalaan ni kenne;+

  • Iyyaasuu 12:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 mootii Egloon, tokko; mootii Geezer,+ tokko;

  • Iyyaasuu 16:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Haa taʼu malee, isaan Kanaʼaanota warra Geezer+ keessa jiraachaa turan hin ariine; Kanaʼaanonnis hamma harʼaatti Efreem gidduu jiraachuu isaanii itti fufaniiru;+ hojii dirqamaas hojjechaa jiru.+

  • Iyyaasuu 21:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Leewwota gidduudhaa maatiiwwan Qehaat warra hafaniif gosa Efreem keessaa magaalonni carraadhaan isaaniif ni kennaman. 21 Isaanis naannoo gaarotaa Efreem keessatti magaalaa Sheekem+ ishii namni nama ajjeese itti baqatu+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Geezer+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,

  • 1 Mootota 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 (Faraʼoon mootiin Gibxii ol baʼee Geezeriin qabatee, ibiddaan ishii gube; Kanaʼaanota+ magaalattii keessa jiraatanis ni ajjeese. Kanaafuu, inni magaalattii akka kennaatti* intala isaa ishii haadha manaa Solomoon taateef ni kenne.)+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi