LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 13:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Abraam dunkaana keessa jiraachuu isaa itti fufe. Boodas dhufee mukeetii guguddaa Maamree+ warra Kebroon+ keessatti argaman bira jiraate; achittis Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaare.+

  • Uumama 23:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Sana booda Abrahaam holqa maasii Maakfelaa ishii Maamree bira jirtu keessatti, jechuunis Kebroon ishii biyya Kanaʼaan keessatti argamtutti haadha manaa isaa Saaraa ni awwaale.

  • Lakkoofsa 13:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yommuu gara Negeebitti ol baʼanis, gara Kebroon+ ishii Ahimaan, Sheshaayii fi Taalmaay+ warri Anaaqim+ taʼan keessa jiraachaa turanii ni dhufan. Kebroon kan ijaaramte, Zoʼaan ishiin Gibxii ijaaramuu ishii waggaa torba dura ture.

  • Iyyaasuu 10:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaan kan kaʼes, Adonii Zedeq mootiin Yerusaalem Hohaam mootii Kebroonitti,+ Piraam mootii Yaarmutitti, Yaafiʼaa mootii Laakiishittii fi Deebir mootii Egloonitti+ akkana jedhee dhaamsa erge: 4 “Gibeʼon Iyyaasuu fi Israaʼelotaa wajjin nagaa waan uumteef, kottaa na gargaaraa, ishii haa rukunnu.”+

  • Iyyaasuu 15:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Innis Kaaleb+ ilma Yofuneetiif akkuma Yihowaan Iyyaasuu ajajetti sanyii Yihudaa gidduutti qooda ni kenne; kunis Qiriyaat Arbaa (Arbaan Abbaa Anaaq ture), jechuunis Kebrooni.+

  • Iyyaasuu 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ilmaan Aaron lubichaatiif magaalaa Kebroon+ ishii namni nama ajjeese itti baqatu+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Libnaa+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi