Baʼuu 34:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Jiraattota biyyattii warra ati gara isaanii deemaa jirtuu wajjin kakuu akka hin galle of eeggadhu;+ taʼuu baannaan garuu isaan kiyyoo sitti taʼuu dandaʼu.+ Keessa Deebii 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+
12 Jiraattota biyyattii warra ati gara isaanii deemaa jirtuu wajjin kakuu akka hin galle of eeggadhu;+ taʼuu baannaan garuu isaan kiyyoo sitti taʼuu dandaʼu.+
2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+