LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 10:36, 37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Sana booda Iyyaasuun guutummaa Israaʼelii wajjin Egloonii gara Kebroonitti+ ol baʼee ishii waraane. 37 Isaanis ishii qabatan; achiis nama tokko illee utuu hin hambisin ishii, mootii ishii, magaalota ishii fi namoota* ishii keessa jiran hundumaa goraadeedhaan ni rukutan. Akkuma Egloon irratti godhettis, ishii fi namoota* ishii keessa jiran hundumaa guutummaatti ni balleesse.

  • Iyyaasuu 15:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Innis Kaaleb+ ilma Yofuneetiif akkuma Yihowaan Iyyaasuu ajajetti sanyii Yihudaa gidduutti qooda ni kenne; kunis Qiriyaat Arbaa (Arbaan Abbaa Anaaq ture), jechuunis Kebrooni.+

  • Iyyaasuu 21:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaanis naannoo gaarotaa Yihudaa keessatti, Qiriyaat Arbaa+ (Arbaan abbaa Anaaq ture), jechuunis Kebroonii+ fi iddoowwan dheedichaa naannoo ishiitti argaman isaaniif ni kennan. 12 Lafa magaalattii fi gandeen ishii garuu Kaaleb ilma Yofuneetiif dhaalaan ni kennan.+

  • 1 Seenaa Baraa 6:55, 56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 isaanis biyya Yihudaa keessaa Kebrooniin+ iddoowwan dheedichaa naannoo ishiitti argamanii wajjin isaaniif ni kennan. 56 Lafa magaalattii fi gandeen ishii garuu Kaaleb+ ilma Yofuneetiif ni kennan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi