LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 35:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Magaalota itti baqatan akka taʼaniif, Yordaanos gamanaan magaalota sadii,+ biyya Kanaʼaan keessattis magaalota sadii+ ni qopheessitu. 15 Magaalonni jaʼan kun Israaʼelotaaf, nama biyya ormaatiif,+ akkasumas qubataa isaan gidduu jiraatuuf, magaalota namni utuu itti hin yaadin nama ajjeese* kam iyyuu baqatee kooluu itti galu ni taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi