LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:41-43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Yeroo sanatti Museen magaalota Yordaanos irraa gara bahaatti argaman sadii adda ni baase.+ 42 Namni tokko utuu itti hin yaadin nama yoo ajjeese, innis duraan nama sanaaf jibba hin qabu yoo taʼe,+ namni sun magaalota kana keessaa gara isa tokkootti baqatee lubbuu isaa haa oolfatu.+ 43 Magaalonni kunis, Ruubenotaaf, Beezer+ ishii lafa onaa keessatti lafa diriiraa* irratti argamtu, Gaadotaaf, Raamot+ ishii Giiliyaad keessatti argamtu, Minaasotaaf+ immoo, Goolaan+ ishii Baashaan keessatti argamtu ni taʼu.

  • Iyyaasuu 20:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Naannoo Yordaanos keessatti baha Yerikootiin, gosa Ruuben keessaa lafa onaa isa lafa diriiraa* irratti argamu keessatti Beezeriin,+ gosa Gaad keessaa Giiliyaad keessatti Raamotiin,+ akkasumas gosa Minaasee+ keessaa Baashaan keessatti Goolaaniin+ ni filatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi