-
Lakkoofsa 32:20-22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Museenis akkana jedhee isaaniif deebise: “Taanaan akkana godhaa: Yihowaa duratti waraanaaf hidhadhaa;+ 21 Yommuu inni diinota isaa of duraa ariʼutti+ tokkoon tokkoon keessan waraanaaf yoo hidhattanii fi Yihowaa dura Yordaanos gamatti yoo ceetan, 22 hamma biyyattiin Yihowaadhaaf bitamtuttis+ akkana yoo gootan, sana booda deebiʼuu ni dandeessu;+ Yihowaa fi Israaʼel durattis yakka irraa bilisa ni taatu. Biyyi kunis Yihowaa duratti dhaala keessan ni taati.+
-
-
Keessa Deebii 3:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 ‘Yeroo kanatti ajaja kana isiniif nan kenne: ‘Waaqni keessan Yihowaan akka ishii dhaaltaniif lafa kana isiniif kenne. Namoonni keessan warri ciccimoo taʼan hundi meeshaa waraanaa hidhatanii Israaʼelota warra obboloota keessan taʼan dura ni ceʼu.+
-