LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Isin achuma taatanii Waaqa keessan Yihowaa yoo barbaaddattan, garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan yoo isa barbaaddattan+ dhugumaan isa ni argattu.+

  • Keessa Deebii 11:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Isin ajajawwan koo warra ani harʼa isin ajaju dhimmitanii yoo eegdan, Waaqa keessan Yihowaa yoo jaallattan, garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaanis isa yoo tajaajiltan,+

  • Maarqos 12:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 atis Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaan, akkasumas humna kee guutuudhaan jaalladhu.’+

  • Maarqos 12:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 garaa guutuudhaan, hubannaa guutuudhaan, humna guutuudhaan isa jaallachuun, akkasumas nama akka ofiitti jaallachuun aarsaawwan guutummaatti gubamanii fi aarsaawwan kaan hundumaa caalaa gatii guddaa qaba.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi