LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 6:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Yaa Israaʼel dhagaʼi: Waaqni keenya Yihowaan, Yihowaa tokkicha dha.+ 5 Atis Waaqa kee Yihowaa garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan,+ humna* kee guutuudhaanis jaalladhu.+

  • Iyyaasuu 22:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Haa taʼu malee, Waaqa keessan Yihowaa jaallachuudhaan,+ daandiiwwan isaa hundumaa irra deddeebiʼuudhaan,+ ajajawwan isaa eeguudhaan,+ isatti maxxanuudhaan,+ akkasumas garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan+ isa tajaajiluudhaan,+ ajajaa fi Seera Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe isiniif kenne+ of eeggannoodhaan hojii irra oolchuu hin dagatinaa.”

  • Maatewos 22:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Innis akkana isaan jedhe: “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaan jaalladhu.’+

  • Luqaas 10:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Namichis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaanis jaalladhu,’+ akkasumas ‘nama* akka ofii keetti jaalladhu’”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi