LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 6:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Waaqa kee Yihowaa sodaadhu;+ isa tajaajili;+ maqaa isaatiinis kakadhu.+

  • Iyyaasuu 24:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ammas Yihowaa tajaajiluun hamaa taʼee yoo isinitti mulʼate, waaqolii abbootiin keessan Lagicha* gamatti+ tajaajilan yookiin waaqolii Amoorotaa warra isin biyya isaanii keessa jiraachaa jirtan+ kanaa keessaa isa kam akka tajaajiltan harʼa filadhaa.+ Anii fi maatiin koo garuu Yihowaa tajaajilla.”

  • Luqaas 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yesuusis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* waaqeffadhu; isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi