LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 11:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Iyyaasuun guutummaa biyya kanaa, jechuunis naannoo gaarotaa, guutummaa Negeeb,+ guutummaa biyya Gooshen, Shefelaa,+ Arabaa,+ naannoo gaarotaa Israaʼelii fi gammoojjii* ishii ni qabate;

  • Iyyaasuu 21:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Kana malees, Yihowaan akkuma abbootii isaaniitiif kakatee+ turetti kallattii hundumaatiin boqonnaa isaaniif ni kenne; diinota isaanii hundumaa keessaa tokko illee isaan dura dhaabbachuu hin dandeenye.+ Yihowaan diinota isaanii hundumaa harka isaaniitti dabarsee ni kenne.+

  • Ibroota 11:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Sabichi guyyaa torbaaf erga itti naannaʼee booda dallaan Yerikoo amantiidhaan jige.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi