LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Warri umuriin keessan waggaa 20 fi isaa ol taʼee galmeeffamtan hundi, jechuunis warri ana irratti gungumtan hundi+ reeffi keessan lafa onaa kana keessatti ni kukkufa.+

  • Lakkoofsa 26:65
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 65 Kunis kan taʼe, Yihowaan isaaniin ilaalchisee, “Isaan mamii tokko malee lafa onaa keessatti ni duʼu”+ waan jedheef ture. Kanaafuu, Kaaleb ilma Yofunee fi Iyyaasuu ilma Nuuniin alatti isaan keessaa namni tokko illee hin hafne.+

  • Keessa Deebii 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Qaadesh Barneʼaa irraa kaanee hamma Sulula* Zereed ceenutti waggaa 38 nutti fudhate; yeroo kanatti akkuma Yihowaan isaanitti kakatee turetti, guutummaan dhaloota dhiirota waraanaaf leenjiʼan sanaa buufaticha keessaa ni dhume.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi