Abbootii Murtii 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Boodas maleekaan Yihowaa dhufee+ muka guddaa Ofraa keessatti argamuu fi kan Yoʼaas Abiʼezerichaa+ taʼe jala taaʼe. Yeroo sanatti, ilmi isaa Giidewon+ warra Miidiyaan jalaa dhoksuuf jedhee iddoo wayinii itti cuunfanitti qamadii dhaʼaa ture. Abbootii Murtii 6:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Achiis hafuurri Yihowaa Giidewon irra ni buʼe;*+ innis xurumbaa afuufe;+ Abiʼezeronnis+ isa duuba ni hiriiran.
11 Boodas maleekaan Yihowaa dhufee+ muka guddaa Ofraa keessatti argamuu fi kan Yoʼaas Abiʼezerichaa+ taʼe jala taaʼe. Yeroo sanatti, ilmi isaa Giidewon+ warra Miidiyaan jalaa dhoksuuf jedhee iddoo wayinii itti cuunfanitti qamadii dhaʼaa ture.
34 Achiis hafuurri Yihowaa Giidewon irra ni buʼe;*+ innis xurumbaa afuufe;+ Abiʼezeronnis+ isa duuba ni hiriiran.