Abbootii Murtii 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Boodas maleekaan Yihowaa dhufee+ muka guddaa Ofraa keessatti argamuu fi kan Yoʼaas Abiʼezerichaa+ taʼe jala taaʼe. Yeroo sanatti, ilmi isaa Giidewon+ warra Miidiyaan jalaa dhoksuuf jedhee iddoo wayinii itti cuunfanitti qamadii dhaʼaa ture.
11 Boodas maleekaan Yihowaa dhufee+ muka guddaa Ofraa keessatti argamuu fi kan Yoʼaas Abiʼezerichaa+ taʼe jala taaʼe. Yeroo sanatti, ilmi isaa Giidewon+ warra Miidiyaan jalaa dhoksuuf jedhee iddoo wayinii itti cuunfanitti qamadii dhaʼaa ture.