22 Yeroo kanatti Giidewon qaamni sun maleekaa Yihowaa akka ture ni hubate.+
Giidewonis yeruma sana, “Wayyoo, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ani maleekaa Yihowaa fuulaa fuulatti argeera!”+ jedhe. 23 Yihowaan garuu, “Nagaan siif haa taʼu. Hin sodaatin;+ hin duutu” isaan jedhe.