LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yommuu Israaʼelonni gargaarsaaf gara Yihowaatti iyyatanis,+ Yihowaan Israaʼelota oolchuuf fayyisaa tokko isaaniif kaase;+ innis Otniʼel+ ilma Qeenaaz yeroo taʼu, Qeenaaz obboleessa Kaaleb isa quxisuu dha. 10 Hafuurri Yihowaa isa irra ni buʼe;+ innis abbaa murtii Israaʼel taʼe. Yommuu inni waraanaaf baʼuttis Yihowaan Kuushaan Rishaataayim isa mootii Mesophotaamiyaa* taʼe harka isaatti dabarsee kenne; innis Kuushaan Rishaataayim irratti injifannoo argate.

  • Abbootii Murtii 6:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Achiis hafuurri Yihowaa Giidewon irra ni buʼe;*+ innis xurumbaa afuufe;+ Abiʼezeronnis+ isa duuba ni hiriiran.

  • Abbootii Murtii 11:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Hafuurri Yihowaa Yiftaa+ irra ni buʼe; innis gara Misphee ishii Giiliyaad+ keessatti argamtuu dhaquuf Giiliyaadii fi Minaasee keessa darbe; Misphee ishii Giiliyaad keessatti argamtu irraa kaʼees gara Amoonotaatti qajeele.

  • 1 Saamuʼel 11:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Saaʼol yommuu wanta kana dhagaʼu hafuurri Waaqayyoo humna isaaf ni kenne;+ innis aariidhaan ni gubate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi