Baʼuu 20:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Wanta ol gubbaa samii keessa jiru yookiin gad lafa irra jiru yookiin lafa jala bishaan keessa jiru kam iyyuu fakkeessitee ofii keetiif fakkii bocame yookiin fakkii kan biraa hin tolfatin.+ Leewwota 26:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “‘Waaqolii gatii hin qabne ofii keessaniif hin tolfatinaa;+ fakkii bocame+ yookiin siidaa waaqeffannaa ofii keessaniif hin dhaabbatinaa; gara isaatti sagaduufis+ fakkii dhagaa bocamee+ biyya keessan keessa hin dhaabbatinaa; ani Waaqa keessan Yihowaa dha. Keessa Deebii 27:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 “‘Namni fakkii bocame+ yookiin siidaa sibiilaa*+ isa Yihowaa duratti jibbisiisaa taʼe,+ jechuunis wanta ogeessa harkaatiin* tolfamu hojjetuu fi dhoksee kaaʼu abaaramaa haa taʼu.’ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’* jedhanii deebisu.)
4 “Wanta ol gubbaa samii keessa jiru yookiin gad lafa irra jiru yookiin lafa jala bishaan keessa jiru kam iyyuu fakkeessitee ofii keetiif fakkii bocame yookiin fakkii kan biraa hin tolfatin.+
26 “‘Waaqolii gatii hin qabne ofii keessaniif hin tolfatinaa;+ fakkii bocame+ yookiin siidaa waaqeffannaa ofii keessaniif hin dhaabbatinaa; gara isaatti sagaduufis+ fakkii dhagaa bocamee+ biyya keessan keessa hin dhaabbatinaa; ani Waaqa keessan Yihowaa dha.
15 “‘Namni fakkii bocame+ yookiin siidaa sibiilaa*+ isa Yihowaa duratti jibbisiisaa taʼe,+ jechuunis wanta ogeessa harkaatiin* tolfamu hojjetuu fi dhoksee kaaʼu abaaramaa haa taʼu.’ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’* jedhanii deebisu.)