LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “‘Yookiin namni* tokko, gaariis taʼe hamaa wanta tokko gochuuf jarjaree yoo kakate, sana booda garuu jarjaree kakachuu isaa yoo hubate, dhimmichi maal iyyuu yoo taʼe inni yakkamaa ni taʼa.*+

  • Leewwota 19:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isin maqaa kootiin sobaan kakattanii+ maqaa Waaqa keessanii hin xureessinaa. Ani Yihowaa dha.

  • Maatewos 5:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 “Kana malees, namoota bara duriitti jiraataniin, ‘Wareega Yihowaadhaaf* wareegde raawwadhu+ malee akkasumaan hin kakatin’+ akka jedhame dhageessaniittu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi