LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 20:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti Yonaataan, “Matumaa wanta akkanaa hin yaadin! Abbaan koo si miidhuuf murteessuu isaa yoon beeke, ani sitti hin himuu?” isaan jedhe.+

  • 1 Saamuʼel 20:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Abbaan koo si miidhuuf kan yaade yoo taʼe garuu, ani dhimma kana si beeksisee nagaadhaan si hin ergu taanaan, Yihowaan adaba guddaa na haa adabu. Yihowaan akkuma abbaa koo wajjin ture,+ sii wajjinis haa taʼu.+

  • Fakkeenya 17:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Michuu dhugaan yeroo hundumaa jaalala argisiisa,+

      Inni obboleessa yeroo dhiphinaatiif dhalate dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi