Leewwota 19:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isin maqaa kootiin sobaan kakattanii+ maqaa Waaqa keessanii hin xureessinaa. Ani Yihowaa dha. Keessa Deebii 6:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Waaqa kee Yihowaa sodaadhu;+ isa tajaajili;+ maqaa isaatiinis kakadhu.+