-
1 Saamuʼel 15:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yeroo kanatti Saamuʼel akkana isaan jedhe: “Yihowaan harʼa bulchiinsa mootummaa Israaʼel si irraa tarsaaseera; inni nama si irra wayyuuf dabarsee ni kenna.+
-
-
1 Saamuʼel 24:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Ammas kunoo, ati mootii taatee akka bulchituu+ fi mootummaan Israaʼelis si harkaa akka hin baane nan beeka.
-