LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Yihowaan diinota kee sitti ni erga; atis beeloftee,+ dheebottee, daartee, akkasumas wanta hundumaa dhabdee utuu jirtuu isaan tajaajilta.+ Innis haxaaʼee hamma si balleessutti waanjoo sibiilaa morma kee irratti ni feʼa.

  • Abbootii Murtii 10:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo kanatti dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; harka Filisxeemotaattii fi harka Amoonotaattis dabarsee isaan kenne.*+

  • Abbootii Murtii 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Israaʼelonni ammas deebiʼanii wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwatan;+ Yihowaanis waggaa 40f harka Filisxeemotaatti+ dabarsee isaan kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi