LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis gara Sulula* Ilma Hinoomitti,+ karaa kibbaatiin gara irraan gadee Yebuusichaatti,+ jechuunis gara Yerusaalemitti+ ol ni baʼa; achiis gara fiixee gaarichaa isa karaa dhihaatiin Sulula Hinoom fuulleetti, karaa kibbaatiin immoo andaara Sulula Refaayimitti argamutti ol ni baʼa.

  • Iyyaasuu 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.

  • 1 Seenaa Baraa 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Raayyaan waraanaa Filisxeem tokko Sulula* Refaayim+ keessa buufatee utuu jiruu, dura buutota 30n keessaa sadan isaanii gara qarsaa sanaatti, gara Daawit isa holqa Adulaam keessa turetti gad buʼan.+

  • 1 Seenaa Baraa 14:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis Filisxeemonni dhufanii Sulula* Refaayim ni weeraran.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi