LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, akkuma Yihowaan, ‘Maqaa kootiif mana kan ijaaru, ilma kee isa ani bakka kee teessoo kee irra kaaʼu dha’ jedhee abbaa koo Daawitiif waadaa gale, ani maqaa Waaqa koo Yihowaatiif mana ijaaruu yaadeera.+

  • 1 Mootota 6:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Ati akka dambiiwwan kootti yoo deemte, murtiiwwan koo yoo raawwatte, ajajawwan koo hunda yoo eegdee fi isaanii wajjin haala wal simuun yoo jiraatte,+ mana ijaaraa jirtu kana ilaalchisee waadaa isan abbaa kee Daawitiif gale siif nan raawwadha;+

  • Zakkaariyaas 6:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Akkana isaan jedhi:

      “‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Namichi maqaan isaa Latii jedhamu isa kana.+ Inni iddoo isaatii ni lata; mana qulqullummaa Yihowaas ni ijaara.+ 13 Mana qulqullummaa Yihowaa kan ijaaru isa dha; ulfinas ni argata. Inni teessoo isaa irra taaʼee ni bulcha; teessoo isaa irra taaʼees luba ni taʼa;+ lamaan isaanii gidduus* waliigalteen nagaa ni jiraata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi