1 Seenaa Baraa 29:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Wanti samii keessas taʼe lafa irra jiru hundi kan kee waan taʼeef,+ yaa Yihowaa, guddinni,+ jabinni,+ miidhaginni, simboonii fi ulfinni+ kan kee ti. Yaa Yihowaa, mootummaan kan kee ti.+ Ati hundumaa irratti mataa of gooteetta. Faarfannaa 72:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+ Ameen, Ameen. Maatewos 6:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Egaa, isin akkana jedhaa kadhadhaa:+ “‘Yaa Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu, maqaan kee+ haa qulqullaaʼu.*+ Yohaannis 12:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yaa Abbaa, maqaa keetiif ulfina kenni.” Achiis sagaleen,+ “Ani maqaa kootiif ulfina kenneera; ammas ulfina nan kennaaf”+ jedhu tokko samii irraa ni dhufe.
11 Wanti samii keessas taʼe lafa irra jiru hundi kan kee waan taʼeef,+ yaa Yihowaa, guddinni,+ jabinni,+ miidhaginni, simboonii fi ulfinni+ kan kee ti. Yaa Yihowaa, mootummaan kan kee ti.+ Ati hundumaa irratti mataa of gooteetta.
19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+ Ameen, Ameen.
9 “Egaa, isin akkana jedhaa kadhadhaa:+ “‘Yaa Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu, maqaan kee+ haa qulqullaaʼu.*+
28 Yaa Abbaa, maqaa keetiif ulfina kenni.” Achiis sagaleen,+ “Ani maqaa kootiif ulfina kenneera; ammas ulfina nan kennaaf”+ jedhu tokko samii irraa ni dhufe.