LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 8:3-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Hadaadʼezeer ilmi Rehoob mootiin Zoobaa+ aangoo Laga Efraaxis+ irratti qabu deebifachuuf utuu dhaqaa jiruu Daawit isa injifate. 4 Daawit abbootii fardeenii 1,700 fi loltoota lafoo 20,000 isa irraa ni boojiʼe. Achiis Daawit fardeen gaarii harkisan 100 qofa hambisee, warra kaan hundumaa morgaa isaanii kukkute.+

      5 Namoonni Sooriyaa warri Damaasqoo+ keessa jiran Hadaadʼezeer mootii Zoobaa gargaaruuf yommuu dhufan, Daawit namoota Sooriyaa keessaa 22,000 ajjeese.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi