-
1 Saamuʼel 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Taʼus Saaʼol Saamuʼeliin akkana jedhe: “Garuu ani dubbii Yihowaatiif ajajameera! Bakka Yihowaan itti na erge dhaqeera; Agaag mootii Amaaleq fideera; Amaaleqotas guutummaatti balleesseera.+
-