1 Saamuʼel 8:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Akkana isaaniin jedhe: “Mootiin isin bulchu wantoota kana isin gaafachuuf mirga qaba:+ Inni ilmaan keessan fudhatee+ gaarii fardaa isaa keessa kaaʼa;+ abbootii fardeenii isaas isaan godhata;+ isaan keessaa tokko tokko immoo gaarii fardaa isaa dura ni fiigu. 1 Mootota 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana gidduutti Adoniyaa+ ilmi Haagiit, “Ani mootiin taʼa!” jechuudhaan of guguddisuu jalqabe. Inni gaarii fardaa abbootii fardeenii wajjin, akkasumas namoota 50 isa dura fiigan qopheeffate.+ Fakkeenya 11:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yeroo of tuulummaan dhufu salphinnis ni dhufa,+Ogummaan garuu warra humna isaanii beekan biratti argama.+
11 Akkana isaaniin jedhe: “Mootiin isin bulchu wantoota kana isin gaafachuuf mirga qaba:+ Inni ilmaan keessan fudhatee+ gaarii fardaa isaa keessa kaaʼa;+ abbootii fardeenii isaas isaan godhata;+ isaan keessaa tokko tokko immoo gaarii fardaa isaa dura ni fiigu.
5 Kana gidduutti Adoniyaa+ ilmi Haagiit, “Ani mootiin taʼa!” jechuudhaan of guguddisuu jalqabe. Inni gaarii fardaa abbootii fardeenii wajjin, akkasumas namoota 50 isa dura fiigan qopheeffate.+
2 Yeroo of tuulummaan dhufu salphinnis ni dhufa,+Ogummaan garuu warra humna isaanii beekan biratti argama.+