LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 8:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa Kereetotaa fi Pheleetotaa+ ture. Ilmaan Daawitis geggeessitoota itti gaafatamummaa guddaa qaban* taʼan.

  • 2 Saamuʼel 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, namoonni Yoʼaab,+ akkasumas Kereetonni, Pheleetonnii+ fi namoonni jajjaboo taʼan hundi isa duukaa buʼan; Sheebaa ilma Bikrii ariʼuufis Yerusaalemii ni baʼan.

  • 1 Mootota 1:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Achiis Saadoq lubichi, Naataan raajichi, Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa, akkasumas Kereetonnii fi Pheleetonni+ gad buʼanii Solomooniin gaangee Daawit Mootichaa irra kaaʼanii+ gara Giyoonitti+ isa fidan.

  • 1 Seenaa Baraa 18:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Benaayaan ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa Kereetotaa+ fi Pheleetotaa+ ture. Ilmaan Daawitis mootichatti aansee aangoo guddaa qabu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi