LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 15:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Kunoo, ilmaan isaanii lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqii fi Yonaataan+ ilmi Abiyaataar isaanii wajjin achi jiru; wanta dhageessu hundumaa karaa isaanii natti ergi.”

  • 2 Saamuʼel 17:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Amma hatattamaan Daawititti dhaamsa ergaatii, ‘Harʼa galgala malkaawwan* lafa onaa keessa jiran keessa hin bulin; dafiitii gamatti ceʼi; taʼuu baannaan, mootichii fi namoonni isaa wajjin jiran hundi ni balleeffamu’* jedhaatii isa akeekkachiisaa.”+

  • 2 Saamuʼel 17:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Namoonni sun erga deemanii booda, isaan boolla bishaanii sana keessaa baʼanii deemanii Daawit Mootichatti himan. Isaanis, “Ahitoofel si balleessuuf gorsa akkana akkana jedhu waan kenneef kaʼi, dafiitii lagicha gamatti ceʼi” isaan jedhan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi