LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 17:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Kanaafuu, Daawit furrisaa fi dhagaadhaan qofa Filisxeemicha moʼe; akka kanaan Daawit harka isaa irraa goraadee utuu hin qabaatin Filisxeemicha rukutee ajjeese.+

  • 1 Saamuʼel 18:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Dubartoonni sirbaa turan sun,

      “Saaʼol kumaatama ajjeese,

      Daawit immoo kumaatama kudhan ajjeese” jedhu turan.+

  • 1 Saamuʼel 19:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Inni Filisxeemicha rukutuuf jedhee lubbuu isaa balaadhaaf saaxileera;*+ Yihowaanis Israaʼelota hundumaatiif injifannoo* argamsiiseera. Atis kana ilaaltee baayʼee gammaddee turte. Maarree, sababii tokko malee Daawitiin ajjeesuudhaan dhiiga nama qulqulluu irratti maaliif cubbuu hojjetta?”+

  • 2 Saamuʼel 5:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kanaafuu, Daawit akkuma Yihowaan isa ajaje ni godhe; Geebaadhaa*+ jalqabee hanga Geezerittis+ Filisxeemota ni rukute.+

  • 2 Saamuʼel 8:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Namoonni Sooriyaa warri Damaasqoo+ keessa jiran Hadaadʼezeer mootii Zoobaa gargaaruuf yommuu dhufan, Daawit namoota Sooriyaa keessaa 22,000 ajjeese.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi