LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 22:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Haa taʼu malee, ilmaan Ahimelek ilma Ahixuub keessaa tokko kan taʼe Abiyaataar+ miliqee Daawit duukaa buʼuuf baqatee deeme.

  • 1 Saamuʼel 30:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis Daawit ilma Ahimelek kan taʼe Abiyaataar+ lubichaan, “Maaloo, efuudicha as fidi” jedhe.+ Kanaafuu, Abiyaataar efuudicha gara Daawititti fide.

  • 2 Saamuʼel 15:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Saadoqis+ yeroo kanatti achi ture; Leewwonni+ taabota+ Waaqa dhugaa baatan+ hundis isaa wajjin turan; isaanis Taabota Waaqa dhugaa lafa kaaʼan; namoonni sun hundi magaalattiidhaa baʼanii yommuu gamatti ceʼan, Abiyaataaris+ achitti ol baʼe.

  • 1 Seenaa Baraa 15:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Dabalataanis Daawit luboota kan taʼan Saadoqii+ fi Abiyaataariin,+ akkasumas Leewwota kan taʼan Uuriʼeliin, Asaayaa, Yooʼeliin, Shemaayaa, Eliʼeelii fi Aminaadaabiin ni waame; 12 achiis akkana isaaniin jedhe: “Isin dura buutota manneen abbootii Leewwotaa ti. Isinii fi obboloonni keessan of qulqulleessaa; achiis Taabota Yihowaa Waaqa Israaʼel gara iddoo ani isaaf qopheessetti fidaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi