Faarfannaa 37:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Sababiin isaas, Yihowaan haqa ni jaallata,Warra isaaf amanamoo taʼanis hin gatu.+ ע [Ayiin] Isaan yeroo hundumaa eegumsa ni argatu;+Sanyiin hamootaa garuu ni balleeffama.+ Faarfannaa 97:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+ Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+
28 Sababiin isaas, Yihowaan haqa ni jaallata,Warra isaaf amanamoo taʼanis hin gatu.+ ע [Ayiin] Isaan yeroo hundumaa eegumsa ni argatu;+Sanyiin hamootaa garuu ni balleeffama.+
10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+ Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+