-
1 Mootota 2:31, 32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Achiis mootichi akkana isaan jedhe: “Akkuma inni jedhe isa irratti raawwadhu; ajjeesiitii isa awwaali; dhiiga isa Yoʼaab sababii malee dhangalaase sana anaa fi mana abbaa koo irraa balleessi.+ 32 Yihowaan dhiiga isaa mataa isaa irratti ni deebisa; sababiin isaas, inni abbaan koo Daawit utuu hin beekin namoota isa caalaa qajeeloo fi gaggaarii taʼan lama, jechuunis Abneer+ ilma Neer isa ajajaa raayyaa waraanaa Israaʼel+ taʼee fi Amaasaa+ ilma Yeteer isa ajajaa raayyaa waraanaa Yihudaa+ taʼe goraadeedhaan rukutee ajjeeseera.
-