-
1 Mootota 2:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 “Atis wanta Yoʼaab ilmi Zeruuyaa na irratti raawwate, wanta inni ajajjoota raayyaa waraanaa Israaʼel lamaan, jechuunis Abneer+ ilma Neerii fi Amaasaa+ ilma Yeteer irratti raawwate akka gaariitti beekta. Inni isaan ajjeesuudhaan waraanni utuu hin jiraatin yeroo nagaatti dhiiga dhangalaaseera;+ akkasumas qabattoo mudhii isaatti hidhatee fi kophee miila isaatti kaaʼate dhiiga yeroo waraanaatti dhangalaʼuun faaleera.
-