-
Uumama 32:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Sana booda Yaaqoob karaa isaa qajeele; maleekonni Waaqayyoos isa argatan. 2 Yaaqoob akkuma isaan argeen, “Kun buufata Waaqayyoo ti!” jedhe. Kanaafuu, maqaa iddoo sanaa Mahaanaayim* jedhee moggaase.
-