1 Mootota 6:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Innis manicha ijaaruu isaa itti fufee ni xumure;+ baaxii manichaas baattuuwwan gaattiraa fi saanqaawwan gaattiraa tarree naqamaniin ni uwwise.+ 1 Mootota 6:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kutaan inni keessaa dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaas dhundhuma 20 ture;+ innis kuticha warqii qulqulluudhaan ni uwwise; iddoo aarsaa+ sanas muka gaattiraatiin ni uwwise.
9 Innis manicha ijaaruu isaa itti fufee ni xumure;+ baaxii manichaas baattuuwwan gaattiraa fi saanqaawwan gaattiraa tarree naqamaniin ni uwwise.+
20 Kutaan inni keessaa dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaas dhundhuma 20 ture;+ innis kuticha warqii qulqulluudhaan ni uwwise; iddoo aarsaa+ sanas muka gaattiraatiin ni uwwise.