1 Mootota 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Egaa muka gaattiraa Libaanon+ akka naaf muran namoota kee ajaji. Nu keessaa namni tokko illee akka Siidoonotaatti muka muruu akka hin dandeenye ni beekta; kanaafuu, tajaajiltoonni koo tajaajiltoota kee wajjin ni hojjetu; anis akka ati murteessitetti tajaajiltoota keetiif mindaa nan kaffala.”+ 1 Mootota 6:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kutaan inni keessaa dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaas dhundhuma 20 ture;+ innis kuticha warqii qulqulluudhaan ni uwwise; iddoo aarsaa+ sanas muka gaattiraatiin ni uwwise.
6 Egaa muka gaattiraa Libaanon+ akka naaf muran namoota kee ajaji. Nu keessaa namni tokko illee akka Siidoonotaatti muka muruu akka hin dandeenye ni beekta; kanaafuu, tajaajiltoonni koo tajaajiltoota kee wajjin ni hojjetu; anis akka ati murteessitetti tajaajiltoota keetiif mindaa nan kaffala.”+
20 Kutaan inni keessaa dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaas dhundhuma 20 ture;+ innis kuticha warqii qulqulluudhaan ni uwwise; iddoo aarsaa+ sanas muka gaattiraatiin ni uwwise.