- 
	                        
            
            Faarfannaa 80:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
80 Yaa Tiksee Israaʼel,
Ati inni akka hoolotaatti Yoseefiin geggeessitu,+ dhagaʼi.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ibroota 9:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Iddoo kana keessa qodaan ixaanni itti aarfamuu inni warqii irraa tolfamee+ fi taabonni kakuu+ guutummaan isaa warqiidhaan uwwifame+ jira ture; taabota kana keessas hubboon warqii mannaa qabate,+ uleen Aaron inni late,+ akkasumas gabateewwan+ kakuun irratti barreeffame jira ture; 5 taabota kana gubbaas kiruubelonni ulfina qabeeyyii taʼanii fi qadaada araaraa* golgan jiru turan.+ Amma garuu waaʼee wantoota kanaa tokko tokkoon dubbachuun yeroo isaa miti.
 
 -