20 Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa nama onnataa Qaabzeʼel+ keessatti gochawwan gootummaa hedduu raawwate dha. Inni ilmaan Ariʼeel isa nama biyya Moʼaab taʼee lamaan ni ajjeese; akkasumas, guyyaa cabbiin buʼe tokkotti boolla bishaanii tokko keessa seenee leenca ajjeese.+