-
1 Mootota 1:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 Mootichi Saadoq lubicha, Naataan raajicha, Benaayaa ilma Yehoyaadaa, akkasumas Kereetotaa fi Pheleetota isaa wajjin ergeera; isaanis gaangee mootichaa irra isa kaaʼaniiru.+
-