1 Mootota 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yihowaanis, ‘Ilmaan kee garaa isaanii fi lubbuu* isaanii guutuu+ amanamummaadhaan na dura deemuudhaan daandii isaaniitiif xiyyeeffannaa yoo kennan, sanyii kee keessaa namni teessoo Israaʼel irra taaʼu matumaa hin dhabamu’ jechuudhaan waadaa gale ni raawwata.+ Faarfannaa 132:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ilmaan kee kakuu koo fiYaadachiisawwan koo warra ani isaan barsiisu yoo eegan,+Ilmaan isaaniisBara baraaf teessoo kee irra ni taaʼu.”+
4 Yihowaanis, ‘Ilmaan kee garaa isaanii fi lubbuu* isaanii guutuu+ amanamummaadhaan na dura deemuudhaan daandii isaaniitiif xiyyeeffannaa yoo kennan, sanyii kee keessaa namni teessoo Israaʼel irra taaʼu matumaa hin dhabamu’ jechuudhaan waadaa gale ni raawwata.+
12 Ilmaan kee kakuu koo fiYaadachiisawwan koo warra ani isaan barsiisu yoo eegan,+Ilmaan isaaniisBara baraaf teessoo kee irra ni taaʼu.”+